Yaadaa Waqoo (Whacko (New) Ideas)
səhifə 12/26 tarix 07.01.2019 ölçüsü 1,2 Mb. #91804
Yaadaa Waqoo (Whacko (New) Ideas)
Madda Yaada waqoo
Yaddamoota moofa soba taasifaman fi yaada haraa burqisiisaman
Qajeelfamoota JBAH irratti hunda’udhan
Caraalee ‘Information Technology’ irraatti hunda’udhan
Raawwi gaarii dhabbata Beenichi irratti hunda’udhan
Galma milkaa’ina kaa’ame irraa
Yaadaa Waqoo
Waliigaltee taasisu fi hojii hojjechun adeemsa tokko keessatii yoo ta’e hojii kan saffisiisu ta’u.
Gatii bu’a qabeessa ta’e guutudhaan dorgomaa ta’u.
Yeroo gatiin guutamu iddon hojii daawwatamu qaba
Kaffaltiin hojii hojjetamee haala harcaatii hin qabneen caasseffama gabaaba keessa darbudhaan gaafatamu qaba.
Hojiin hojjetamu haala waligaltee tin ta’e kaffaltinis haaluma kanaan gaafatamu qaba.
Hojiin hojjetamu qulqullina kan guutu ta’u qaba.
Hojiin tokko osoo hin xumurin keessa ba’amuu hin qabu
Ajajagorsaa(Consultant) malee gara hojiitti galamu hin qabu.
Ijaarsa Pirojektii haala waligaltee tiin yeroo dhaan eegalu fi yeroo xumurame jala jalaa ‘Asbuilt Drawwing’ qopheessudhaan maamilaaf dabarsanii kennuu.
‘Design’ erga xummuramee booda gara hojiitti galamuu qaba.
Seerri, Qajeelfamni qulqullina hojii, Baasii fi kenni tajaajila ijaarsa ba’anii hojii irraa oolu qabu.
Hordofii fi Too’annoon yeroo hojii, qulqullina hojii, baasii hojii, itti fayyadama qabeenya fi kenna tajaajila irratti hunda’e karooraan haala qaama dhimmi ilaalu hunda hirmaachiseen taasifamu qaba.
Saayitii irratti yeroo ijaarsi tokko gaggeeffamu qaamin gorsaa fi qaamin ijaarsa rawwate irratti argamani hojiin haala barbaadamun rawwatamu isaa mirkaneesu qaban
Qaamin ijaarsa rawwatu ragaa guutuu fi quubsaa ta’e argatee gara hojii galu qaba.
Humni namaa, Maashinarifi meeshan ijaarsa yeroo barbaadamutii iddoo hojiiti dhihaatu qaba.
Rakkoo ijaarsa irraatii muddachu danda’an adda baasachudhan beekudhaan fi tooftan itti furun danda’amu diriiru qaba.
Hojjetonii osoo gara hojii hin boba’in hubbanoon gama hundanu kennamu fi qaba.
Karoori hojii guyyaa,torbani, ji’a kurmaana, fi wagaa bahee hojii irraa oolu qaba
Hojjetaan hundumtu hojii hojjetuf itti gaafatamuma bahu qaba
Gurma’insii adeemsa hojii irrati hunda’e jirachu qaba.
‘Technology’ hammayyaa fayyadamudhan hojii saafisisun barbaachisa dha.
Hojiimani itti fayyadama fi ‘Efficiency’ Humna Nama, Meesha Ijaarsa, maashinarii foyeesuu danda’u fi baasii hir’isu danda’u hojii irraa oolu qaba.
Hojjetan hundumtii hojii guyya guyyaadhan hojjetee maal akka ta’ee fi hangam akka ta’e haala Normitin madaalee dhiheesu qaba.
Hojjetaan osoo gara hojii hin boba’in dura maal akka hojjetu qabu ifaati beeku qaba.
Qajeelfamin hojii, ’Manual’ fi Normiin amaala hojii nanoo ilaalcha keessa galche qophahee hojii irraa olu qaba.
Meeshan ijaarsa fi maashinarii ‘Specifaction’ isaa ibsame gaafatamu qaba.
Ijaarsa hala waligaltee tin fi haala mamilii barbaadun ijaarani xummuru.
Caasaa (Structure), Adeemsa Hojii fi Tartiibaa hojii irraatti hunda’an fi Hojiimaataa Bu’aa irraatti hunda’ee diriirsu
Abba adeemsa tiif akkasumaas qaama hojii rawwatuf angoo ittigaafatamumaa walin kennufi
Hojjimaata jalqaba turan suphuu osoo hin tanee adeemsa haraa hundeesu fi ICT dhan akka deegaramu gochu.
Maamili dhimma waligaltee galu hanga pirojektii dabarsanii kennuti (As built drawing) qopheesu dabalatee jiru tajaajila idoo tokko akka argachu danda’an haala mijeesu(One Stop Shopping)
Adeemsa yaa’insa hojii irraatti hunda’e uumu
Sanada caalbasi qopheesudhaf akka gargaru haala ragaan guutun yeroo barbaadameti itti argamu danda’u ‘Data base system’ diriirsu
Baasii hin barbaachifne hir’isu, hogansa pirojektii ogumma gamaa adda addaa tiin qabu jajaabeesu
Baasii fi itti fayyadama Qabeenya irraatti hubbannoo umu
Pirojektii, wajjira ol’aanaa fi Adeemsota adda addaa wajjin haala raga yeroo egate fi odeeffannoo itti waljijjiru danda’an haala mijeesu
Siisteema qullqullini hojii itti mirkana’uu hundeessu
Gahumsa fi ogumma ogeesota barmootan fi leenjidhan cimsu.
Pirojektoota gurguddadhaf itti gaafatamuma fi angoo kennu
Hojiilee tartiiban hojjetama turan waal faana yeroo tokko akka hojjetamanu gochu(Substitute parallel for sequential)
Hojjettota harawwa qaccaramanif hojii hojjetamu,ergama wajjira, mul’ata wajjira akkasummas rakkolee muddachu danda’aniif mala itti hiikun danda’amu irraati leenjii kenuufi
Kaffaltiin/waligalteen maashinarii wajjiras ta’ee kira hojii issan hojjetan(out put) irrati hunda’u qaba
Mallaqa, meesha ijaarsa, Maashinarii, fi human namaa gara pirojektii erguun Normii irrati hunda’u qaba.
Iddoo hojii mijeesudhaan fi hamilee kakaasudhaan hojjetoni yaada fi human isaani guutu akka hojii irraa olchan gochu
Ogeesota pirojektii irraa jiraniif ‘technology’ hojii ariifachisu danda’u hunda akka hojii irraa olchan gochudhan
Raawwi hojii guyyaa guyyaa pirojektii akka qopheesan taasisu
Bu’aa fi kisaara pirojektii akka beekan gochu
Rakkoolee guyya guyyaadhan mudachu danda’an
Akkasummas meeshaleen qulqullina hojii safaruudhaf gargaran(Instruments) guutamu qaba.
‘Technology’ sa’aatii fi baasii hojii hir’isu danda’u fi qulqullina hojii dabalu danda’an hojii irraa olchu (Batching plant, Precasting etc)
Pirojektiin yeroo fudhatamu haala waligaltee tiin kan jiru ta’u mirkaneefachudhan fudhachu.
‘Bench mark ’n lakka’amee ‘traverse ’ (Distance, Angle, Elevation) dhan ilaalame fudhatamu qaba.
‘Sarveying’ hojjetame ‘Design’ dhan kan walisimu ta’u mirkaneeffachudhan fudhatamu qaba.
Meeshan ijaarsa,(Dhakka, ciracha, mukka, fi kkf) iddon itti omishaman fi iddon itti argaman haala waligaltee tin ta’u mirkaneeffachudhan fudhachu.
Pirinsipiloota JBAH
Hojilee hedduu bakka tokkotti kurfeessuu fi galma milkaa’inaa wajjin wal simsiisu(Several jobs are combined into one and Organize-around outcomes)
Iddoo tokkotti tajaajiluu kan dandeessisu ta'uu(Provide a single point of contact for customers)
Yaa’insi hojii maamilaaf bu’aa dabaluu haala dandeessisuun tarreessu(sequences of activities that directly add value to customer)
Kenninsa murtoo irratti hojjetoota/raawwatoota kan hirmaachisu ta’u fi to’annoo fi hordoffii salphisuu
Odeeffannon madda isaa irraa haala argachuu dandeessissuun fi qaama ilaaluuf dafee haala qaqabuun kan diriire taa’u(Capture information once, at the source, and share it widely)
Hojii adda addaa wal faana adeemsisuu(Substitute parallel for sequential processes)
Dostları ilə paylaş: