|
-‘comparative advantege’ fi kkf Funca dudhaa keesatti dabala dudhaa
|
səhifə | 6/6 | tarix | 18.08.2018 | ölçüsü | 276,29 Kb. | | #72832 |
| -‘comparative advantege’ fi kkf Funca dudhaa keesatti dabala dudhaa -
Xinxaala gabaa dhumaa fi dorgomtumaa
Tartiiba Hojilee Gurguddoo sochii hojii kana keessatti hammataman
-
‘unmet market dd’
-
‘trend’
-
‘Grouth potential’ and so on
-
Haala Bulchiinsa garee ‘value chain’ii omishichaa qorachuu
-
Hirmaatoota sadarkaa sadarkaa irratti jiran, Gahee isaanii bahuuirratti haala jiru, rakkoolee, madda, fala, carraa, tarkaanfii, qaama, gahee isaanii qorachuu (adda baasuu)
-
Bu'aa qorannoo jalqabaa qindeessuu fi mareen gabbisuu
Tartiiba Hojilee Gurguddoo sochii hojii kana keessatti hammataman
-
Gabaasa qorannoo jalqabaa qindeessuu
-
Ragaa barbaachisuu guuruu, qindeessuu fi xiinxaluu
-
sagantaa waltajjii maree qopheessuu fi waamicha dabarsuu
-
Bu'aa qorannoo dhiyeessuu
-
yaada fudhachuu
-
qaawwaa qorannicha adda baasuu
-
qaawwa duuchuuf ragaalee guuramuu qaban adda baasuu
-
Hirmaattota waltajjii maree adda baasuu
14.2. Foyaainsa funca dudhaa (V.C up-greding)
Tartiiba Hojilee gurguddoo sochii hojii Foyaainsa funca dudhaa (V.C up-greding)
-
Tarsimoo foyaainsaa qopheessuu
-
Hirmaatoota funca dudhatiif Deegarsa teeknikaa keenuu
-
Garee ijoo walitti hidhamiinsa gabaa omishichaa hordofu Naannootti hundeessuu
Chaarti Yaa'insa Sochii Hojii 'Qorannoo Funca Dudhaa Gabaa Gaggeessu''
Lakk
|
Hojiiwwan raawwataman
| -
|
Foyaainsa funca dudhaa (V.C up-greding)
| -
|
Tarsimoo foyaainsaa qopheessuu.
|
|
’SWOT analysis’ gaggeefamee bu’ureefachuu dhan tarsimoo foyaa’insaa qopheessuu.
|
|
Hirmaatoota funca dudhaa waliin mariachuu
|
|
Tarsimoo xumuraa qopheessuu
| -
|
Garee ijoo walitti hidhamiinsa gabaa omishichaa hordofu Naannootti hundeessuu
|
|
Qaamolee hirmaatan adda baasuu
|
|
Hojimaata qopheessuu
|
|
waltajjii maree qopheessuun maree gaggeessuu
|
|
karoora hojii hordoffii sadarkaa naannoo qopheessuu
| -
|
Hirmaatoota funca dudhatiif Deegarsa teeknikaa keenuu
|
|
Qaamolee hirmaatan adda baasuu
|
|
Hojimaata qopheessuu
|
|
gahee hojii isaanii adda baasuu
|
|
hubannoo uumuu fi gahee isaanii raawwachuu irratti waliigatee uumuu
|
|
Qophii karoora dhiyeessa omishichaaf haala mijeessuu, hordofuu fi qindeessuu
|
|
waltajjii maree qopheessuun maree gaggeessuu
|
|
sagantaa raawwii qopheessuu
|
Ibsa Yaa'insa Sochii Hojii 'Qorannoo Funca Dudhaa Gabaa Gaggeessu'

Deegarsa fi Hordofii
Tartiiba Hojilee Gurguddoo sochii hojii kana keessatti hammataman
-
tarsimoo foyaa’insaa qophaa’ee hojii irratti akka olu deegarsa teeknikaa keenuu
-
Walitti hidamisa cimaa akka jiraatu fi akka itti fufuu deegarsa keenu
-
Qoda qabdoota adda addaa waliin ta’u dhan rakkoolee raawwii irratti qunamaniif furmaata keenaa deemuu
-
Raawwii adeemsa hojichaa hordofuu fi gamaaggamuu
-
Yaada maamilootaa/qooda qabdootaa sassaabuu, qindeessuu fi xiinxaluu
-
Gabaasa qindeessuu, tarsiimoo fooyya'iinsaa baasuu, yaada dhiyessuu
-
Dubbii-deebii sassaabuu fi yaada haaraa AH foyyeessu danda'u dokumantii gochuu
-
Omishni filatame fi muxannoon argamee akka babal’atu hojjachuu
-
yaali jalqabaa egalu(pilot test)
-
Adeemsa hojii MFDG Hojiiwwan Raawwataman, Yoom Akka Hojjataman Istaandaardii Hojii Fi Bakka Itti Hojjataman
Lakk.
|
Hojiiwwan raawwataman
|
Yoom akka hojjatamu
|
Istaandaardii hojii yeroo tokkof (sa’aatiidhaan)
|
Bakka itti hojjatamu
|
Kaayyoo diriire
|
|
Qorannoo Funca Dudhaa gaggeessuu
|
Jalqabaa Waggaa
|
480
240
|
Naannoo/Godina/Aanaa
|
misoomaFuuncaa duudhaa (value chain) omishaalee filataman 25 irratti waggaa 5 keessatti gaggeessudhaan walitt-hidhamiinsii gabaa Omishtoota, Daldaaltootaa fi ittifayyadamtoota jiddutti akka jiraatu mijjeessudhaan, omishtootni gabaa amansiisaa akka argatan taasiisuu.
Misooma Fuuncaa duudhaa gabaa (value chain) omishaalee filataman 25 irratti waggaa 5 keessatti gaggeessudhaan walitt-hidhamiinsii gabaa Omishtoota, Daldaaltootaa fi ittifayyadamtoota jiddutti akka jiraatu mijjeessudhaan, omishtootni gabaa amansiisaa akka argatan taasiisuu.
|
Omishaalee misoomni Funca Dudhaa ittin gaggeefamuu filachuu.
-
Ulaagaalee filannoo omisha qopheessuu
-
Poteenshaala gabaa biyya keesaa fi biyya alaa xinxaalu dhan, omishaalee Fillannoo misooma funca dudhaatiif dorgoman adda baassuu.
-
Ragaalee barbaachisanii fi burqaalee isaanii adda baasuu
-
Tooftaa ragaa sassaabbii fi qabeenya barbaachisu adda baasuu
-
Ragaa guuru, qindeessuu fi xiinxaluu
-
Bu’aa xinxaala irratti hundaa’un omishaalee madaaluu
-
Omishaalee madaalamaniif sadarkaa keenuu fi filachuu.
|
Omishaalee adda bahan irratti xinxaala gaggeesuu.
|
Maapii Funca Dudhaa
-
Omishaalee filatamaniif iddoo ittin omishaman (gandaa, aanaa, godina fi kkf) fi gabaa adda baassuu (final product and end market)
-
Saddarkaa funcaa adda addaa irratti hojilee hojjataman adda baassuu (hirmaatoota gabaatiin)
-
Hirmaatoota ijoo funcaa dudhaa adda baassuu (micro level actors)
-
Hirmaatoota funca sadarkaa sadarkaatiin ka’u.
-
Walitti dufeenya funcaa madaalu/xinxaaluu
-
Deegartoota funca dudhaa fi gahee isaanii adda baassuu.
-
Misooma funca dudhaatiif qoda qabdoota haala mija’aa uman adda baasuu
-
Ragaalee sasaabaman qindeesuu
-
Maapii dhumaa qopheesuu
|
Erga Omishaaleen fiilatame boda
Erga Maapii dhumaa qopheesuu boda
Erga hirmaatoota funca dudhaa addaan bahe boda
Erga Xinxaala haala Dinagdee gaggeeffame boda
|
240
240
720
480
920
|
Naannoo/Godina/Aanaa
Naannoo/Godina/Aanaa
Naannoo/Godina/Aanaa
Naannoo/Godina/Aanaa
Naannoo/Godina/Aanaa
|
Baayinaa fi humna hirmaatoota funca dudhaa adda baassuu.
-
Ragaalee barbaachisanii fi burqaalee isaanii adda baasuu
-
Tooftaa ragaa sassaabbii adda baasuu
-
Ragaa guuru, qindeessuu fi xiinxaluu
-
Bu’aa xinxaala irratti hundaa’un hirmaatoota fi gahee isaanki sadarkaa sadarkaatiin jiran lakkofsaan, dibeentaan fi kkf ka’u.
|
Xinxaala haala Dinagdee/ ’Economic Analysis’
-
Xinxaala Gahee gabaa funca dudhaa
-
Xinxaala omishaa fi itti fayyadama (production and consumption) gaggeessuu
-
Xinxaala al-erge fi al-galee funca dudhaa gaggeessuu.
-
Xinxaala funca dudhaa gahee al-ergee irra qabuu.
-
Funca dudhaa keesatti dabala dudhaa hirmaatootni qaban xinxaaluu.
-
Fayyadamuumaa gahee taphatoota funca dudhaa (pirofitablity) xinxaaluu
-
Ulaagaa safartuulee funca dudhaatiif ka’u.
-
‘unit cost of production’
-
‘labour cost’
-
‘comparative advantege’ fi kkf
|
Xinxaala gabaa dhumaa fi dorgomtumaa
-
‘unmet market dd’
-
‘trend’
-
‘Grouth potential’ and so on.
|
Haala Bulchiinsa garee ‘value chain’ ii omishichaa qorachuu
|
Hirmaatoota sadarkaa sadarkaa irratti jiran, Gahee isaanii bahuuirratti haala jiru, rakkoolee, madda, fala, carraa, tarkaanfii, qaama, gahee isaanii qorachuu (adda baasuu)
|
Bu'aa qorannoo jalqabaa qindeessuu fi mareen gabbisuu
-
Gabaasa qorannoo jalqabaa qindeessuu
-
Hirmaattota waltajjii maree adda baasuu
-
sagantaa waltajjii maree qopheessuu fi waamicha dabarsuu
-
Bu'aa qorannoo dhiyeessuu
-
yaada fudhachuu
-
qaawwaa qorannicha adda baasuu
-
qaawwa duuchuuf ragaalee guuramuu qaban adda baasuu
-
Ragaa barbaachisuu guuruu, qindeessuu fi xiinxaluu
|
|
Foyaainsa funca dudhaa (V.C up-greding)
|
Erga Bu'aa qorannoo jalqabaa qinda’e fi marii gaggeeffame boda
|
720
|
Naannoo/Godina/Aanaa
Naannoo/Godina/Aanaa
|
Misooma Fuuncaa duudhaa (value chain) omishaalee filataman 25 irratti waggaa 5 keessatti gaggeessudhaan walitt-hidhamiinsii gabaa Omishtoota, Daldaaltootaa fi ittifayyadamtoota jiddutti akka jiraatu mijjeessudhaan, omishtootni gabaa amansiisaa akka argatan taasiisuu.
|
Tarsimoo foyaainsaa qopheessuu.
-
’SWOT analysis’ gaggeefamee bu’ureefachuu dhan tarsimoo foyaa’insaa qopheessuu.
-
Hirmaatoota funca dudhaa waliin mariachuu
-
Tarsimoo xumuraa qopheessuu
|
Garee ijo walitti hidhamiinsa gabaa omishichaa hordofu Naannootti hundeessuu
-
Qaamolee hirmaatan adda baasuu
-
Hojimaata qopheessuu
-
waltajjii maree qopheessuun maree gaggeessuu
-
karoora hojii hordoffii sadarkaa naannoo qopheessuu
|
Hirmaatoota funca dudhatiif Deegarsa teeknikaa keenuu
-
Qaamolee hirmaatan adda baasuu
-
Hojimaata qopheessuu
-
gahee hojii isaanii adda baasuu
-
hubannoo uumuu fi gahee isaanii raawwachuu irratti waliigatee uumuu
-
Qophii karoora dhiyeessa omishichaaf haala mijeessuu, hordofuu fi qindeessuu
-
waltajjii maree qopheessuun maree gaggeessuu
-
sagantaa raawwii qopheessuu
|
Erga Qaamolee hirmaatan addan bahee boda
|
1200
|
Naannoo/Godina/Aanaa
|
|
Deegarsa fi Hordofii
|
Erga Qaamolee hirmaatan addan bahee boda
|
480
|
Naannoo/Godina/Aanaa
|
| -
tarsimoo foyaa’insaa qophaa’ee hojii irratti akka olu deegarsa teeknikaa keenuu
-
Walitti hidamisa cimaa akka jiraatu fi akka itti fufuu deegarsa keenu
-
Qoda qabdoota adda addaa waliin ta’u dhan rakkoolee raawwii irratti qunamaniif furmaata keenaa deemuu
-
Raawwii adeemsa hojichaa hordofuu fi gamaaggamuu
-
Yaada maamilootaa/qooda qabdootaa sassaabuu, qindeessuu fi xiinxaluu
-
Gabaasa qindeessuu, tarsiimoo fooyya'iinsaa baasuu, yaada dhiyessuu
-
Dubbii-deebii sassaabuu fi yaada haaraa AH foyyeessu danda'u dokumantii gochuu.
-
Omishni filatame fi muxannoon argamee akka babal’atu hojjachuu,
|
Gamaagama fi Duub - debii -
Qooda fudhatootaa fi hirmaatoota gabaa waliin ta'un, hojiwwaan qabxilee gamaagamaa sochii Adeemsa Hojii baasuu,
-
Waltajjii gamaagamaa sadarkaa adda addaatti qoppessuu,
-
Gamaagama Sochii Hojii Adeemsa Hojii Ijo gaggeessu,
-
Bu'aan hojii gamaagamaa irratti hundaa'un, tarsimoo hojii fula-duraatiif baasuu.
Dostları ilə paylaş: |
|
|